-
Lakkoofsa 21:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis Oboot keessaa baʼanii kallattii bahaatiin lafa onaa Moʼaab fuullee jiru keessa, jechuunis Iyee Abaarim keessa buufatan.+
-
-
Lakkoofsa 21:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achii baʼanii naannoo Arnoon+ isa lafa onaa hamma daangaa Amoorotaatti fagaatu keessatti argamu keessa buufatan; sababiin isaas, Arnoon daangaa Moʼaab ishii Moʼaabii fi Amoorota gidduutti argamtu dha.
-