Iyyaasuu 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo luboonni warri taabota kakuu Yihowaa baatan hamma guutummaan sabichaa Yordaanosiin ceʼutti laga Yordaanos walakkaa lafa gogaa irra dhaabbatanii+ turanitti, Israaʼelonni hundi lafa gogaa+ irra ni ceʼan.
17 Yeroo luboonni warri taabota kakuu Yihowaa baatan hamma guutummaan sabichaa Yordaanosiin ceʼutti laga Yordaanos walakkaa lafa gogaa irra dhaabbatanii+ turanitti, Israaʼelonni hundi lafa gogaa+ irra ni ceʼan.