-
Iyyaasuu 15:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha. 2 Daangaan isaanii inni kibbaa qarqara Galaana Soogiddaa*+ irraa, jechuunis galoo galaanaa isa kallattii kibbaatti garagalee jiru irraa jalqaba.
-