Iyyaasuu 21:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Israaʼelonni ajaja Yihowaatiin dhaala ofii isaanii irraa magaalota kanaa+ fi iddoowwan dheedichaa isaanii Leewwotaaf ni kennan.+
3 Kanaafuu, Israaʼelonni ajaja Yihowaatiin dhaala ofii isaanii irraa magaalota kanaa+ fi iddoowwan dheedichaa isaanii Leewwotaaf ni kennan.+