LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 35:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “‘Nama lubbuu balleesse sana kan ajjeesu nama haaloo baʼu dha. Inni yommuu isa argatutti ofuma isaatiin isa ajjeesa.

  • Keessa Deebii 19:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Taʼuu baannaan, magaalattiin baayʼee fagoo taʼuu ishiitiin kan kaʼe, namni haaloo baʼu+ sun baayʼee aaree* namicha nama ajjeese sana ariʼee bira gaʼuudhaan isa ajjeesuu dandaʼa. Haa taʼu malee, namichi duraan nama sanaaf jibba waan hin qabneef ajjeefamuu hin qabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi