Lakkoofsa 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ilmaan Meraarii akka maatii maatii isaaniitti Maahlii+ fi Muushii+ turan. Kanneen kun akka manneen abbootii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan. Lakkoofsa 26:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Maatiiwwan Leewwotaa kanneen kana turan: maatii Libnotaa,+ maatii Kebroonotaa,+ maatii Maahlotaa,+ maatii Muushotaa,+ akkasumas maatii Qorootaa.+ Qehaat Amraamiin dhalche.+
20 Ilmaan Meraarii akka maatii maatii isaaniitti Maahlii+ fi Muushii+ turan. Kanneen kun akka manneen abbootii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan.
58 Maatiiwwan Leewwotaa kanneen kana turan: maatii Libnotaa,+ maatii Kebroonotaa,+ maatii Maahlotaa,+ maatii Muushotaa,+ akkasumas maatii Qorootaa.+ Qehaat Amraamiin dhalche.+