Lakkoofsa 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+
10 Ati Aaronii fi ilmaan isaa ni muudda; isaanis itti gaafatamummaa luboota taʼuudhaan qaban ni raawwatu;+ namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+