LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 6:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, isaan yommuu oobdii Naakon bira gaʼan, loon gaarii sana harkisan sun Taaboticha kuffisuuf waan turaniif Uuzaan harka isaa hiixatee Taabota Waaqa dhugaa qabe.+ 7 Yeroo kanatti aariin Yihowaa Uuzaa irratti ni bobaʼe; inni seera Waaqayyoo waan hin kabajneefis+ Waaqni dhugaan achumatti isa rukute;+ innis achuma Taabota Waaqa dhugaa biratti ni duʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi