-
Baʼuu 19:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gad buʼiitii sabichi Yihowaa ilaaluuf jecha as dhihaachuuf akka hin yaalle isaan akeekkachiisi; taʼuu baannaan garuu hedduun isaanii ni dhumu.
-