-
Keessa Deebii 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Anis dura buutota gosoota keessanii warra ogeeyyii taʼanii fi muuxannoo qaban fuudhee ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa, ajajjoota kudhanii fi geggeessitoota gosoota keessanii godhee isin irratti isaan nan muude.+
-