-
Lakkoofsa 3:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Geershon irraa kan dhufan maatii Libnotaa+ fi maatii Shimeʼiiwotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Geershonotaa turan.
-
-
Lakkoofsa 3:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Maatiiwwan Geershonotaa godoo qulqulluu duubaan+ kallattii dhihaatiin buufatanii turan.
-