-
Baʼuu 26:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Golgaa kanaafis muka laaftoo irraa utubaawwan shan tolchitee warqiidhaan ni uwwista. Hookkoowwan isaanii warqii irraa ni tolfamu; sibiila diimaa baqsitees miiloowwan uraa qaban shan isaaniif ni tolchita.
-
-
Baʼuu 36:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 akkasumas utubaawwan isaa shananii fi hookkoowwan isaanii ni hojjete. Gubbaa isaanii fi wal qabsiistuuwwan* isaanii warqiidhaan ni uwwise; miiloowwan isaanii warri uraa qaban garuu sibiila diimaa irraa kan tolfaman turan.
-