-
Baʼuu 27:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Mooraan sun utubaawwan 20, akkasumas miiloowwan uraa qabanii fi sibiila diimaa irraa tolfaman 20 ni qabaata. Hookkoowwan utubaawwan sanaa fi wal qabsiistuuwwan* isaanii meetii irraa haa tolfaman.
-