Lakkoofsa 4:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Tajaajilli maatiiwwan Geershonotaa dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha;+ isaan qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa isaanii ni raawwatu.
28 Tajaajilli maatiiwwan Geershonotaa dunkaana walgaʼii keessatti raawwatan kana dha;+ isaan qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa isaanii ni raawwatu.