-
Lakkoofsa 3:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ilmaan Qehaat akka maatii maatii isaaniitti Amraam, Yizhaar, Kebroonii fi Uuziʼel turan.+
-
-
Lakkoofsa 3:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Qehaat irraa kan dhufan maatii Amraamotaa, maatii Yizhaarotaa, maatii Kebroonotaa fi maatii Uuziʼelotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Qehaatotaa turan.+
-