-
Lakkoofsa 4:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 isaan umuriin isaanii waggaa 30 hamma 50 ture; hundi isaaniis dunkaana walgaʼii wajjin haala wal qabateen akka tajaajilanii fi baʼaawwan akka baataniif ramadamanii turan.+
-
-
Lakkoofsa 8:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Umuriin isaa waggaa 50 erga taʼee booda garuu, garee tajaajilaa sana irraa soorama ni baʼa; sana boodas hin tajaajilu. 26 Obboloota isaa warra dunkaana walgaʼii keessatti itti gaafatamummaa isaanii raawwatan tajaajiluu ni dandaʼa; haa taʼu malee, tajaajila achitti raawwatamu irratti hirmaachuu hin qabu. Leewwotaa fi itti gaafatamummaa isaan qaban ilaalchisee wanti ati gochuu qabdu kana dha.”+
-