-
Lakkoofsa 3:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Dhiironni gosa Leewwii umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri Musee fi Aaron ajaja Yihowaatiin akka maatii maatii isaaniitti galmeessan walumaa galatti 22,000 turan.
-