Leewwota 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “‘Haadha manaa nama kan biraa* wajjin saalqunnamtii raawwachuudhaan of hin xureessin.+ Keessa Deebii 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Hin ejjin.+