Ermiyaas 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora. Ibroota 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+
10 Ani Yihowaan tokkoon tokkoon namaatiif akka daandii isaatti,Akka firii hojii isaattis kennuuf,+Garaa namaa nan ilaala,+Yaada keessa namaa jirus* nan qora.
4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+