-
Lakkoofsa 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 namichi haadha manaa isaa fi aarsaa ishii ilaalchisee dhihaatu, jechuunis daakuu garbuu eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko* gara lubichaatti haa fidu. Kun aarsaa midhaanii hinaaffaa ilaalchisee dhihaatu, jechuunis aarsaa midhaanii yakka yaadachiisuuf dhihaatu waan taʼeef, inni isa irratti zayitii dhangalaasuus taʼe ixaana adii isa irra kaaʼuu hin qabu.
-
-
Lakkoofsa 5:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Lubichis aarsaa midhaanii hinaaffaa ilaalchisee dhihaatu+ sana harka dubartittii irraa fuudhee aarsaa midhaanii sana Yihowaa duratti asii fi achi haa sochoosu; achiis iddoo aarsaa biratti isa fida.
-