-
Lakkoofsa 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “‘Namni tokko dunkaana keessatti yommuu duʼu seerri hordofamu kana dha: Namni dunkaanicha keessa seenu hundii fi namni dunkaanicha keessa ture hundi guyyaa torbaaf xuraaʼaa ni taʼa.
-