LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Maxinoo sana, maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan jiidhe sana, akkasumas maxinoo haphii sana guuboo maxinoo isa Yihowaa dura jiru sana keessaa fuudhi. 24 Hunduma isaaniis harka Aaronii fi harka ilmaan isaa irra ni keessa; asii fi achi isaan sochoosuudhaanis Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu gootee dhiheessita.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi