-
Faarfannaa 31:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Fuulli kee tajaajilaa kee irratti akka ifu godhi.+
Jaalala kee isa amanamaadhaan na oolchi.
-
-
Faarfannaa 67:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
67 Waaqayyo gaarummaa nutti argisiisa, nu eebbisas;
Inni fuula isaa nu irratti ibsa;+ (Seelaa)
-