-
2 Saamuʼel 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Innis yommuu namoonni Taabota Yihowaa baatan+ sun tarkaanfii jaʼa deeman, qotiyyoo tokkoo fi horii gabbataa tokko aarsaa ni godhe.
-
-
1 Seenaa Baraa 15:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis akkuma Museen dubbii Yihowaatiin ajaja kennetti, Leewwonni Taabota Waaqa dhugaa sana danqaraadhaan gateettii isaanii irratti baatan.+
-