-
Lakkoofsa 2:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Itti aansuudhaan gosti Zaabiloon ni buufata; Eeliyaab+ ilmi Heloon ajajaa ilmaan Zaabilooni.
-
-
Lakkoofsa 10:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Eeliyaab+ ilmi Heloon immoo ajajaa garee gosa ilmaan Zaabiloon ture.
-