LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ilmaan inni Zilfaa ishii tajaajiltuu Liyaa taate irraa dhalche immoo Gaadii fi Asheer turan. Kanneen kun ilmaan Yaaqoob warra Phaadaan Aaraamitti isaaf dhalatani dha.

  • Lakkoofsa 2:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Isatti aansuudhaan gosti Asheer ni buufata; Paagiʼel+ ilmi Okraan ajajaa ilmaan Asheeri. 28 Warri raayyaa waraanaa isaa keessatti galmeeffaman 41,500 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi