LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 7:13-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kennaan isaas akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti,+ saanii meetii sheeqilii* 130 madaalu tokko, akkasumas saanii golboo meetii irraa tolfamee fi sheeqilii 70 madaalu tokko ture; saaniiwwan kun lamaan kennaa midhaanii daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makameen kan guutaman turan;+ 14 kana malees, xoofoo* warqii sheeqilii 10 madaaluu fi ixaanaan guutame tokko, 15 aarsaa gubamuuf jibicha tokko, korbeessa hoolaa tokkoo fi xobbaallaa hoolaa kormaa gara waggaa tokkoo taʼe tokko,+ 16 aarsaa cubbuutiif xobbaallaa reʼee tokko,+ 17 aarsaa gamtaatiif+ immoo loon lama, korbeeyyii hoolaa shan, korbeeyyii reʼee shanii fi hoolota xobbaallaa kormaa waggaa tokko taʼan shan ni dhiheesse. Kennaan Naʼaasoon ilmi Aminaadaab+ dhiheesse kana ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi