LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin akkuma pilaanii ani sitti argisiisutti godoo qulqulluu sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa ni hojjettu.+

  • Baʼuu 25:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Pilaanii gaaricha irratti sitti argisiifame hordofiitii of eeggannoodhaan isaan hojjedhu.+

  • 1 Seenaa Baraa 28:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Innis pilaanii ijaarsaa isa hafuuraan isaaf kenname hundumaa, jechuunis mooraawwan+ mana Yihowaa, kutaawwan nyaataa manichatti marsanii jiran hundumaa, manneen qabeenyaa mana Waaqa dhugaa fi manneen kuusaa wantoota qulqulleeffamanii*+ isaaf ni kenne;

  • 1 Seenaa Baraa 28:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Daawitis, “Harki Yihowaa ana irra ture; inni guutummaa pilaanii ijaarsaa+ sana tokko tokkoon akkan barreessuuf hubannaa naaf kenne” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi