Lakkoofsa 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Achiis Leewwonni harka isaanii mataa jiboota sanaa irra ni kaaʼu.+ Sana booda Leewwotaaf araara argamsiisuuf+ isa tokko aarsaa cubbuu, isa kan biraa immoo aarsaa gubamu godhanii Yihowaadhaaf dhiheessu.
12 “Achiis Leewwonni harka isaanii mataa jiboota sanaa irra ni kaaʼu.+ Sana booda Leewwotaaf araara argamsiisuuf+ isa tokko aarsaa cubbuu, isa kan biraa immoo aarsaa gubamu godhanii Yihowaadhaaf dhiheessu.