-
Baʼuu 12:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 isin immoo, ‘Kun aarsaa Faasikaa Yihowaa ti; inni manneen Israaʼelotaa biyya Gibxii keessa turan bira darbee warra Gibxii rukuteera; manneen keenya garuu dhiiseera’ isaaniin jedhaa.”
Achiis uummatichi gombifamee sagade.
-