LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa isa jalqabaatti hojii keessan hundumaa irraa boqodhaa; guyyaan kun guyyaa walgaʼii qulqulluu taʼuu isaa akka yaadattaniif malakanni afuufamee beeksifama.+

  • Lakkoofsa 29:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “‘Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa isa jalqabaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Guyyaan kun guyyaa malakata itti afuuftani dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi