Lakkoofsa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Isaan biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa lammaffaa isaatti, waggicha keessaas jiʼa lammaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti+ Yihowaan lafa onaa Siinaatti dunkaana walgaʼii+ keessatti Museetti ni dubbate.+ Akkana jedhe:
1 Isaan biyya Gibxii keessaa baʼanii waggaa lammaffaa isaatti, waggicha keessaas jiʼa lammaffaatti, jiʼicha keessaa immoo guyyaa jalqabaatti+ Yihowaan lafa onaa Siinaatti dunkaana walgaʼii+ keessatti Museetti ni dubbate.+ Akkana jedhe: