-
Lakkoofsa 13:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Kanaafuu, isaan Qaadesh+ ishii lafa onaa Phaaraan keessatti argamtutti gara Musee, gara Aaronii fi gara guutummaa yaaʼii Israaʼelitti deebiʼan. Isaanis guutummaa yaaʼichaatiif oduu fidanii dhufan; akkasumas firii biyyattii isaanitti argisiisan.
-
-
Keessa Deebii 1:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
1 Dubbiin Museen lafa onaa naannoo Yordaanositti argamutti, jechuunis gammoojjii Suuf fuuldura, Phaaraan, Tofeel, Laabaan, Hazerootii fi Dizaahaab gidduutti argamu keessatti guutummaa Israaʼelitti dubbate kana dha. 2 Karaa Gaara Seʼiiriin Horeeb irraa jalqabee hamma Qaadesh Barneʼaatti+ adeemsa guyyaa 11 fudhata.
-