-
Lakkoofsa 9:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ajaja Yihowaatiin kaʼanii deemu, ajaja Yihowaatiin ni buufatu turan. Isaan ajaja Yihowaan karaa Musee kenneen dirqama Yihowaan isaan irraa eegu ni raawwatu turan.
-