34 Israaʼelonni wanta Yihowaan Musee ajaje hundumaa ni raawwatan. Isaan akka maatii maatii isaaniittii fi akka manneen abbootii isaaniitti, akka garee isaanii isa gosa sadi sadiin hirametti kan buufatanii+ fi dunkaana isaanii buqqisanii kan deeman+ akka kanaan ture.