LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaanis isaan guyyaa fi halkan deemuu akka dandaʼanitti,+ karicha irratti isaan geggeessuuf guyyaa utubaa duumessaatiin,+ halkan immoo ifa isaaniif kennuuf utubaa ibiddaatiin isaan dura deema ture.

  • Nahimiyaa 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati guyyaa utubaa duumessaatiin isaan geggeessiteetta; halkan immoo karaa isaan irra deeman isaaniif ibsuuf jettee, utubaa ibiddaatiin isaan geggeessiteetta.+

  • Faarfannaa 78:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guyyaa duumessaan,

      Halkan guutuu immoo ifa ibiddaatiin isaan geggeesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi