Baʼuu 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Manni Israaʼelis maqaa nyaata sanaa “mannaa”* jedhee moggaase. Nyaanni sun akkuma firii dimbilaalaa adii ture; dhandhamni isaas akka bixxillee dammaan tolfamee ture.+
31 Manni Israaʼelis maqaa nyaata sanaa “mannaa”* jedhee moggaase. Nyaanni sun akkuma firii dimbilaalaa adii ture; dhandhamni isaas akka bixxillee dammaan tolfamee ture.+