-
Iyyoob 6:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Maal taʼa utuu gaaffiin koo deebii argatee,
Waaqayyos utuu fedhii koo naaf guutee!
9 Maal taʼa Waaqayyo utuu tole jedhee na caccabsee,
Harka isaa diriirsee utuu guutummaatti na balleessee!+
-