LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Wanti Yihowaadhaaf hin dandaʼamne jiraa?+ Ani waggaa dhufu yeroo murteeffame kanatti gara keetti nan deebiʼa; Saaraanis ilma ni deessi.”

  • Isaayyaas 59:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Kunoo, harki Yihowaa gabaabbatee fayyisuu hin dadhabne,+

      Gurri isaas duudee* dhagaʼuu hin dadhabne.+

  • Maarqos 10:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yesuusis gara isaanii ilaalaa, “Kun namootaaf hin dandaʼamu, Waaqayyoof garuu akkana miti; Waaqayyoof wanti hundi ni dandaʼama”+ jedhe.

  • Luqaas 1:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 sababiin isaas, wanti Waaqayyo dubbatee utuu hin raawwatamin hafu tokko illee hin jiru.”*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi