-
Lakkoofsa 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Museedhaan, “Guyyoota walitti aananiif, guyyaa guyyaadhaan ajajaan tokko eebba iddoo aarsaa sanaatiif kennaa isaa ni dhiheessa” jedhe.
-
-
Lakkoofsa 7:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Guyyaa lammaffaatti Naataaniʼel+ ilmi Zuʼaar inni ajajaa Yisaakor taʼe kennaa ni dhiheesse.
-
-
Lakkoofsa 10:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Naataaniʼel+ ilmi Zuʼaar ajajaa garee gosa ilmaan Yisaakor ture.
-