-
Uumama 31:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Gaaf tokko ani utuu bushaayeen wal ariʼanii, korbeeyyiin reʼee warri reʼoota goromtii ariʼaa turan kan sarara of irraa qaban, tuqaa hedduu of irraa qabanii fi buburree taʼuu isaanii abjuudhaan nan arge.+ 11 Achiis maleekaan Waaqa dhugaa abjuudhaan, ‘Yaaqoob!’ jedhee na waame; anis, ‘Kunoo asan jira’ jedheen deebise.
-