Lakkoofsa 13:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu Sulula* Eshkool+ gaʼanitti, damee firii wayinii walitti tuutaʼe qabuu fi namoota lamaan uleedhaan baatamu tokko bakka sanaa ni kutan; akkasumas romaanii fi harbuu muraasa ni fidan.+
23 Yommuu Sulula* Eshkool+ gaʼanitti, damee firii wayinii walitti tuutaʼe qabuu fi namoota lamaan uleedhaan baatamu tokko bakka sanaa ni kutan; akkasumas romaanii fi harbuu muraasa ni fidan.+