Lakkoofsa 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture.
14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture.