Uumama 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture.
19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture.