Lakkoofsa 14:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “‘“Ani ijoollee keessan warra isin akka boojiʼaman dubbattan+ achitti nan galcha; isaanis biyya isin tuffattan sana ni beeku.+ Keessa Deebii 1:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kana malees, ijoolleen keessan warri isin akka saamaman dubbattanii+ fi ilmaan keessan warri harʼa gaarii fi hamaa hin beekne ishiitti ni galu; anis akka dhaalaniif biyyattii isaaniif nan kenna.+
31 “‘“Ani ijoollee keessan warra isin akka boojiʼaman dubbattan+ achitti nan galcha; isaanis biyya isin tuffattan sana ni beeku.+
39 Kana malees, ijoolleen keessan warri isin akka saamaman dubbattanii+ fi ilmaan keessan warri harʼa gaarii fi hamaa hin beekne ishiitti ni galu; anis akka dhaalaniif biyyattii isaaniif nan kenna.+