LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Ati garaa keetti, ‘Saboonni kun lakkoofsaan nu irra ni caalu. Ani akkamittan isaan ariʼuu dandaʼa?’ jettee yaaduudhaan+ 18 isaan hin sodaatin.+ Wanta Waaqni kee Yihowaan Faraʼoonii fi guutummaa Gibxii irratti raawwate yaadadhu;+

  • Keessa Deebii 20:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akkana isaaniin haa jedhu: ‘Yaa Israaʼel dhagaʼi, amma isin diinota keessan waraanuuf jettu. Hin naʼinaa. Isaaniin kan kaʼe hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa yookiin hin hollatinaa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi