LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 1:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Israaʼelonni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe warri raayyaa waraanaa Israaʼel keessa galanii tajaajiluu dandaʼan hundi akka mana abbootii isaaniitti ni galmeeffaman; 46 lakkoofsi namoota galmeeffamanii walumaa galatti 603,550 ture.+

  • Yihudaa 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin wanta kana hunda akka gaariitti kan beektan taʼus, Yihowaan* saba isaa biyya Gibxiitii akka baase,+ sana booda garuu warra amantii hin qabne akka balleesse+ isin yaadachiisuun barbaada.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi