-
Faarfannaa 95:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Anis waggaa 40f dhaloota sana jibbee akkana nan jedhe:
“Isaan saba yeroo hundumaa garaan isaa karaa irraa goru dha;
Daandiiwwan koos hin beekne.”
-
-
Hojii Ergamootaa 13:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Lafa onaa keessattis gara waggaa 40tiif isaaniif obse.+
-