-
Keessa Deebii 1:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 “Yeroo kanatti isin, ‘Nuti Yihowaa irratti cubbuu hojjenneerra. Ammas akkuma Waaqni keenya Yihowaan nu ajajetti ol baanee ni lolla!’ naan jettan. Kanaafuu, tokkoon tokkoon keessan meeshaawwan waraanaa keessan ni hidhattan; gara gaarichaatti ol baʼuun akka waan salphaa taʼetti ni ilaaltan.+
-