-
Lakkoofsa 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Museedhaan, “Guyyoota walitti aananiif, guyyaa guyyaadhaan ajajaan tokko eebba iddoo aarsaa sanaatiif kennaa isaa ni dhiheessa” jedhe.
-
-
Lakkoofsa 7:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Guyyaa torbaffaatti Elishaamaan+ ilmi Amihuud inni ajajaa ilmaan Efreem taʼe
-
-
Lakkoofsa 10:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Itti aansuudhaan buufanni garee Efreem inni gosoota sadii qabate akka garee garee isaatti kaʼee ni deeme; Elishaamaan+ ilmi Amihuud ajajaa garee sanaa ture.
-